Online Library TheLib.net » Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii)
cover of the book Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii)

Ebook: Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii)

00
15.02.2024
0
0
"Qomoon kiyya ktaabakoo 'HIREE GALGALA' jedhu harkaa qabdanitti waa'eekoo ibsuun barbaachisaa miti. 'RIRRIITTAA' kitaabni jedhu kunis dhalakoo lammaffaadha. Miixannaa roorroo keessaa maddite. Muuxannoon dararama ani waggaa sadiifi abbaan manaakoo waggaa saddeet mana adabaa keessatti dabaraa jirrutu akka kitaabni kun abuuramtu taasiseera. Bilisa taanee dhalannee bilisa taanee jiraachuu dadhabnus, bilisummaa keenyaaf qabsa'aa du'uu irraa humni nu dhorku hin jiru; hin juraatus; kanaafuu 'HIREEN GALGALAA fi RIRRIITTA'n qomoo kiyyaaf seenaa taatee naaf haajirattuu!!"
Download the book Rirriittaa (Seenaa Iccita Jireenya Maa'ikelaawwiifi Qaallittii) for free or read online
Read Download
Continue reading on any device:
QR code
Last viewed books
Related books
Comments (0)
reload, if the code cannot be seen